Proverbs 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini ijoolle, ka abbaani kiyya anuma ch'alla qabu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa mana abbaa kiyyaatitti mucaa areedoo ture, haadha tiyyaafillee hennaa ilma tokkocha ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani mana abbaa kiyyaatitti mucaa diqqa'aa, haadha tiyyaaf ilma tokkochaa san,