Proverbs 4:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaroomi waan ch'ufa ira jira, barbaadi, iti bahi. Ato waan d'ibi d'abdele hubacha argachu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan waan guddo'o; kanaafuu ogummaa argadhu; waan qabdu maraa yoo si kaffalchiiftellee hubannaa horii kee godhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan waan mara caalti; tanaaf isii dhaggadhu. Waan ati qaddu mara si kaffalchiittulle, hubantii bitadhu.