Proverbs 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mid'aadu aka gugufto. Mid'aagumti isi ha si gammachiiftu; jaalalti isi ha si maraachitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin bareedduu akka borofaa; michuu akka kuruphe'eeti; harmi isi'ii hennaa maraa dheebuu si haa baasanii; jaalalli isi'ii hennaa maraa si haa booji'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin jaalatantuu akka gadansaa, biifa qabeettii akka jiliba'aa sii teetuu ti. Harmi isi'ii yennaa mara dheebuu si baasuu ti; jaalala isi'iitiin yennaa mara machowi.