Proverbs 5:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan obsa inqamneefi dua, daallumuma isaati boolati isa galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa dhidhinna gorsaatiif du'a; guddinna gowwummaa ufiitiin karaa irraa bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qajeelfama waan dhabeef du'a; gowwummaa guddoo ifiitiin karaa irraa miliqa.