Proverbs 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka duuba ufi herega ufi keesa waan hamtu malatani nama ch'ufa woli d'absisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka garaa ufii keessatti dharaa fi hammeenna dhayu; yoo maraa lola kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka gadhaa ifii keessatti mala hamaa dhowu, yennaa mara lola kaasa.