Proverbs 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan torbati jira, ka AABBO Waaqi jibbe diqole inobsini: Millu kiyyibaa, araba d'articha harka nama woma intahini ijeesu. Garaa ch'ubbu malatu miila waan hamtuti arifatu nama guyya ch'ufa d'ara d'ugeesu nama oboleesa wolti naqu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi jibbu waa jaha; torbeessoo lubbuu ufii keessatti guddisee jibba;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni jaa ta Mootiin Waan Maraa jibbu, torbeessoon ta inni dhiqatu jiran;