Proverbs 6:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dandae ka miili ingubanne ch'ile ibida ira indeema?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni barbadaa irra deemee lutti isaa hin gubanne jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin nami kashila irra ijjatee, miilli isaa adoo hin gubatin hafuu dande'u hin jiraa?