Proverbs 6:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama niiti abba qabdu bira bule akasuma isaa lubbu. Nami akasi tahu inuma gaaragala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni haadha manaa nama biraa bira seenullee akkanuma; ka isii tuqu maruu uduu hin adabamne hin hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami niitii namaa woliin rafulle akkasuma te'a; nami niitii namaa tuqee adoo hin adabamin hafu hin jiru.