Proverbs 6:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo isa qabani inni waan hate suni harka torba baasa, inni waan qabu ch'ufa keesaa bahu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ka qabeenna manaa qabu maraa ka gaafatuullee yoo qabame dachaa torba kaffala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo qabame ammoo, qabeenna inni qabu mara gaafattulle, dachaa torba godhee kaffalaa motii ree?