Proverbs 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo isiini bona sagale olkeyate rooba nyaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee bonaan nyaata ufii kuufata; hennaa haama'aa dhiyana ufii wolitti qabata;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
te'uu malee sagalee ifii ta bonaa, waan isaaniif barbaachisu yennaa midhaan galu keessa wolitti qabatan.