Proverbs 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo gari kara dira keesa ejiti, yo toko gabaya keesa ejite nama eeddi. Isiini kara ch'ufa gula marte nama barbaaddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa tokko karaa keessa; hennaa tokko bayima keessa, qaxxaammura kara'aa irratti riphxi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Takka karaa irra, takka woldeennaa kara'aa irra cinaa karaa maraa irra dhaabbattee eeggatti.