Proverbs 7:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kooti, halkani kana ch'ufa haga quumnuti woliini rafne wolti mamaranna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koottu haga bariitutti jaalala cima'aan dharraa baanaa, jaalalaan uf gammachiifnaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Koy, haga latti bariitutti jaalala keenna dheebuu baanaa ti; jaalalaan ifii gammachiinnaa ti.