Proverbs 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu inni akuma looni qalma geesani kae isii gula deeme, akuma gugufto t'urura fulla
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka sangaa qalmaaf oofamuu, akka gadamsa haga tiruun isaa woraannamutti siiboo keessa seenuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoosuma inni akka sangaa gara qalamu deemuu, akka gadansa gara fonxoro'oo deemuu, isii gula deeme.