Proverbs 7:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
t'iyaani woraananiti deemtu deeme. Inni akuma simpirre t'urura seentu, ta aka lubbuuni isi gaargala keesa jirtu imbeenne, jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka simbira barartee siiboo seentuu, mamii malee isii faanaa deeme; kun akka lubbuu isaa dhabsiisa'aaru hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga daayi tiruu isaa woraanutti, akka sinbirreen kaatee tiyyoo seentu, innille wonni kun lubbuu isaatitti akka dhuttu hin beenne.