Proverbs 7:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana ilmaani tiyya, na ch'aqasa, waan anini jed'ule qalbi keesa keyad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! ammallee na caqasaa'a; waan jedha'aaru qalbi'iin na dhagayaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ilmaan tiyya, na caqasa'a; waan ani jedhulle itti xiyyeeffadha'a.