Proverbs 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko ato anini qaa mana, Kiyyatini ala laalu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foddaa mana kiyyaa keessaan gara raasa'aa laalee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko ani karaa foddaa mana kiyyaatiin ala ilaalee,