Proverbs 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama na jaalatu jaalad'e, nami na barbaaduleeni na arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra na jaalatan hin jaaladha; worri jabaatanii na soqan na argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra na jaalatu hin jaaladha; worri na barbaadatu na hin dhagga.