Proverbs 8:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaroomi gaara gubbati bahe, kara keesa eja, fulla woldeenna kara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tulloota karaa bira jiranitti hulee karaan itti wol gayu irra dhaabatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin kooba karaa biraa gubbaa, addee qaxxaamura kara'aa dhaabbatti.