Proverbs 8:29 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa horatti daangaa godhe, hennaa akka bisaan daangaa hin ceeneef hundeewwan lafaatitti daangaa godhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bisaan ajaja isaa irra akka hin dabarre, yennaa inni meessaa abbaayota gugurdo'oo tolche, yennaa inni meessaa hundee lafaa tolche, ani achi jiraayyu.