Proverbs 8:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini huji suni keesale akuma ogeesa isaa wahelche. Gammadi isaa ka guyya ch'ufa naraa baha, aninileeni hojja isa woliini jiru ingammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa san ani isa biratti ogeessa ijoo ture; hennaa maraa isa afo'otti natti tola'aa, guyyama guyya'aan gammachu'uun guuttama ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa san akka ogeessa guddichaa te'ee, isa woliin achi jiraayyu. Ani yennaa mara isa duratti gammadaa, guyyuma guyya'aan isa gammachiisaa tureeyyu.