Proverbs 8:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tiyya, amma na ch'aqasa, dubbi tiyya jabeesa, duuba gammada argatani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ijoollee tiyya! na caqasaa'a; worri karaa kiyya eegan worra eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle ilmaan tiyya, na caqasa'a; worri karaa kiyya eegatu ka gammade.