Proverbs 8:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'aqasu, ka hojja ch'ufa mana kiyya dura eje balbala keesati na eegu, gammada argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hennaa maraa balbala kiyya irratti eegu; ka guyya guyya'aan balbala kiyya afo'otti eegu; namni na dhagayu nama eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami na caqasu, ka guyyuma guyya'aan balbala tiyya duratti dammaqee, karaa balbala tiyyaa duratti na eegatu ka gammade.