Proverbs 8:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na argate ya jireenna argate, nami akasi suni eeba AABBO Waaqa iraa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka na argate maruu jireenna waan argatuuf; Rabbiin irraa gaachena fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami na dhaggatu jiruu dhaggata; Mootii Waan Maraa biralle'etti fudhatama qabaata.