Proverbs 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama lafa keesa jiru ch'ufa, anini isani yaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namniin nana! isin waama'aaraa bee ilmaan namaa maraafuu laagaa kiyya ol qabadheeraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee namoota, ani isin waama; qoonqoo tiyya ol qabadhee ilmaan namaa mara waama.