Proverbs 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tiyya qajeeltu d'agaya; wonti anini isaniini jed'u ch'ufti waan d'ugaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan faayidaa qabu waan dubbadhu waan qabuuf na caqasaa'a; waan qajeelaa dubbachu'uuf afaan baqaffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan bu'aa qabu dubbataaraa caqasa'a; waan sirrii te'e dubbatiisaaf afaan kiyya saaqadha.