Proverbs 8:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini afaani kiyya keesaa baatu ch'ufti d'uga, wonti anini jibbu dubbi d'araati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan kiyya dhugaa dubbata, waan arrabni kiyya hammeenna balfuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan kiyya dhugaa dubbata; arrabi kiyya waan hantuu jibba.