Proverbs 9:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani hanna miao, qit'aani hannaleeni qit'a ch'ufa ira dansa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan hannaa hin mi'aaya; buddeenni dhossanii nyaatan namatti tola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bisaan hannaa hin mi'owa; sagaleen dhokaataan nyaatanu, hin kurootti» jetti.