Proverbs 9:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isiini yaamtu kunini, aka nami gara isii yau badu, imbeekhu. Ammalle, aka nami qara duraani mana isii suni olseenu due boola keesa jiru, imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu worri du'an akka achi jiran; worri affeeraman gad fageenna xiillaa asaabaa keessa akka jiran hin beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo worri du'e akka achi jiru, worri isiin waantelle, qilee addee worri du'e jiruu keessa akka jiranu hin beekanu.