Proverbs 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dubra isa hojatu yaame, beena, dira keesa yaa, kubi kora,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboota ufii ta intalaa ergite, qachaa keessatti hulee gooddaa irra dhaabattee waamte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa keessa kooba irra dhaabbatanee, akka waamanuuf, isiin dubartoota tajaajiltoota ifii ergitee,