Proverbs 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, sagale tiyya nyaad'a, daad'i anini urgeese d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Koottaa'a, dhiyana kiyya nyaadhaa'a; daadhii woyini'ii kiyya ka naqellee dhugaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kowa'a, sagalee tiyya nyaadha'a; daadhii ani naqelle una'a.