Proverbs 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama woma imbeenne biraa yaa, jireenna argad'a; kara hubacha gula yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa keessan ka gowwumma'aa dhiisaa'a; jireennaan jiraattanii, karaa hubanna'aa irra deddeebi'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin jiru'uun hin jiraattaniitii, karaa gowwumma'aa lakkisa'a; karaa hubanti'ii irra ideema'a» jetti.