Proverbs 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kiyyibaa gorsu araba argata. Nami nama hama gorsu d'aanicha argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni nama baldu gorsu arraba ufitti fida; namni nama hamaa xixu maruu hin salphata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami murgaamessa gorsu, arraba fudhata; nami nama hamaa xixu qaanii ifitti fida.