Psalms 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni Seera AABBO Waaqaa halkani guyya barate jaalate guute gula deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akkanaa kun seera Rabbiititti gammada; halkanii fi guyyaallee seeruma isaa dhudhuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akkasii ammoo seera Mootii Waan Maraatiin gammada; halkanii fi guyyaa seeruma isaa yaadata.