Psalms 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mukha d'aatu galaanati bahu fakaata, ka bara mid'aani bahani ch'ufa mid'aani baase, dameeleeni isaleeni ingonne. Wonti inni tolchu ch'ufti ineebifamitiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka muka bisaan biratti dhaabamee ka hennaa isaatitti daraaraa kennuu, akka muka baalli isaa hin harcaaneeti; wonti inni hojjatu maruu hin ta'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka muka laga qarqaratti dhaabamee, yennaa yenna'aan midhaan buusuu, ka baalli isaa hin qoorree ti. Wonni inni huju marti isaaf hin teeti.