Psalms 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami ch'ubbu diqole akasi injiru; inni bua buuyo ta bubbeeni fuutu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hammeeyyiin garuu akkanaa miti; akka buraa qilleensi fuudhee deemuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hamaaleyyiin ammoo akkasii moti; isaan akka hicaacee qilleensi haxowee deemuu ti.