Psalms 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra d'uga tisse qorqorata. Ammo ch'ubbicha karuma isaa suniti baditi isa geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi karaa qajeellotaa eega; karaan hammeeyyi'ii garuu hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Mootiin Waan Maraa karaa balchootaa hin beeka; karaan hamaaleyyi'ii ammoo hin bada.