Psalms 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini maafi fago nura ejite hojja nu gaargala qamnu nu d'okhatta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! maaf akkana fagaattee dhaabatta? hennaa rakko'oollee maaf dhokatta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati maaf fagaattee dhaabbatta? Yennaa nuuti rakkannu maaf ifi dhoffatta?