Psalms 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi waan ufiini jed'u, Waaqi waan anini tahe kana iyyaalu, inni fuula d'ofate waan tahe laaluu dida!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan garaa ufii keessatti, «Rabbi irraanfateera; fuula ufii haguuggateera; sirima hin argu!» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan gadhaa ifii keessatti, «Waaqi dedheera; fuula ifii gollateera; inni ijjumaa hin dhaggu» jedha.