Psalms 10:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irre ch'ubbichatifi ta dabdicha ch'ach'absi; maro hameenna worri tolcheefi worra gaargalchi, haga worri iraa deebiuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Irree nama hama'aatii fi ka yakkama'aa cabsi; hujii harka isaa kenniif; akka womaa hin argannetti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunna nama hama'aa cassi; nami waan hantuu huju haganaa achi deebi'ee waan hantuu akka hin hunye, isa adabi.