Psalms 10:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hayyu haga jiru jireennati. Nami waaqa d'ibi kad'atu lafa isaa keesaa bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi baraa haga bara baraa mooti'i; baniin lafa irraa hin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa bara baraa haga bara baraa mooti'i; gosi biyya adda addaa worri waaqota dhibii waaqonsu lafa isaa irraa hin badan.