Psalms 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini boha nama dabsanitiifi ta ilmaani hiyyeeyi d'ageeta; atini worraa dubbatte, akasiini nami ka ufiftu woma ufii imbaane deebie worra imudamsisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biyyee irraa uumame ammaa achi isaan hin rakkifne; ati nama rakkata'aa fi ka dhiibamee hin falmita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami lafaa ka foon uffate worra dhibii akka hin bararassine, worra cunqurfameef, ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanneef haqa hin murta.