Psalms 10:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi d'araa isaa hamtuuni koora; sabdichileeni AABBO Waaqa abaare isa dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan hammeenna ufiitiin dhaadata; Dondha eebbisa; Waaqallee hin ugga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan halchaa gadhaa ifiitiin koora; inni worra joljolu eebbisee, Mootii Waan Maraa abaara.