Psalms 10:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi herega isaa keesa diqole Waaqa inargu; inni kiyyibe, Waaqi injiru jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan sababaa boona ufiitiif Rabbiin hin barbaadu; yaada isaa maraa keessa Waandhi hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan waan kooruuf Waaqa hin barbaadu; yaada isaa keessa Waaqi hin jiru.