Psalms 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini isaa ch'ufti intolti. Inni dandae qorsuma Waaqa inhubatu; inni nyaapa isaa ch'ufa tufate goyesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hamaa karaan isaa hennaa maraa milkaaya'a; hin boona, ka seera irraa fagaate; waan ta'eef diintota ufii irratti hin balda,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni marti isaaf hin teeti. Inni muraa Waaqaa hubatuu hin dande'u; diinota ifii mara irratti hin murga.