Psalms 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani isaa abaarsafi kiyyibafi, dubbi nama sodaachiftuti keesaa baha. Inni yoosu dubbi ch'ubbu hamtu dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan isaa keessa abaarsa, fakkeessa'aa fi hammeennatu guuteera; arraba isaa jala garuu dharaa fi sobatu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan isaa abaarsaan, dharaa fi sodaachisiisaan guutameera; inni arraba ifiitiin maltumma'aa fi waan hantuu dubbata.