Psalms 100:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gammadaani AABBO Waaqa kad'ad'a, sirba, isa dura koota!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammachu'uun Rabbiin tajaajilaa'a; faaruu misha'aan isa afoo dhiyaadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa gammadaan tajaajila'a; gammadaan faarfataa fuula isaa dura dhikaadha'a.