Psalms 100:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka AABBOONI Waaqa qaabad'a, isaati nu uume, nu nama isaati; nu gumi isaati, hooliye inni tisse nyaachisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka Waaqa ta'e beekaa'a; Inni nu uume; nu ka isaati; nu'u baniin isaa ka inni akka hoolotaatitti bobbaasu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka Waaqa te'e beeka'a; ka nu dade isa; nuutille ka isaa ti; nuuti kolbaa isaa ti; hoolota inni tiffatu.