Psalms 100:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Mana Waaqaa seena, galata isaa deebisa, naabo isaa seena, isa faarsa. Galata isaa deebisa, maqa isaa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galataan gara balballan isaa; jaju'uun gara bayiwwan isaa seenaa'a; isa galatoonfadhaa'a; maqaa isaallee jajaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galateeffataa gara karra isaa, leellifataa gara badhinna mana isaa duraa seena'a; isa galateeffataa, maqaa isaa leellisa'a.