Psalms 100:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan dansa, jaalalti isaa ind'umatu d'ugaani isaaleeni haguma jiru jireenna jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arja'a; Jaalalli isaa baraa haga bara baraa waan ta'eef; amanamummaan isaa dhalootaa haga dhalootaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, jaalalli isaa ka bara baraa haga bara baraa, addatamummaan isaalle dhalootaa haga dhalootaa ti.