Psalms 101:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama d'ossaani hameenna nama d'ibi dubbatu imballeesa; anini nama kiyyibe ufi guddisu inoobsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama dhossa'atti nama hamatu akka cadhisu godha; nama akka waan gudda'aatitti uf laalu; ka garaa keessa boonu isaa hin obsu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama ollaa ifii dhossa'aan hamatu, hin balleessa; nama nama tuffatuu fi nama kooruuf ani hin ossadhu.